Roomaa 8:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sababiin isaas, warri akka fooniitti jiraatan, sammuun isaanii wantoota foonii irratti xiyyeeffata;+ warri akka hafuuraatti jiraatan garuu, sammuun isaanii wantoota hafuuraa irratti xiyyeeffata.+
5 Sababiin isaas, warri akka fooniitti jiraatan, sammuun isaanii wantoota foonii irratti xiyyeeffata;+ warri akka hafuuraatti jiraatan garuu, sammuun isaanii wantoota hafuuraa irratti xiyyeeffata.+