LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Inni nama hundumaatiif akka hojii isaatti deebisee ni kaffala:+

  • 1 Qorontos 4:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, utuu yeroon isaa hin gaʼin wanta kam irratti iyyuu hin murteessinaa;+ hamma Gooftaan dhufutti eegaa. Inni wantoota dukkana keessa dhokatan ifatti baasa; yaadni garaa namaa keessa jirus akka beekamu godha; yeroo sanatti namni hundi Waaqayyo irraa galata isaaf malu fudhata.+

  • Mulʼata 22:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “‘Kunoo, ani dafeen dhufa, tokkoon tokkoon namaatiif akka hojii hojii isaatti isaaf kaffaluuf, badhaasni ani kennu ana bira jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi