2 Qorontos 11:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 baayʼee dhamaʼeera, dadhabeeras, halkan hedduu hirriba malee buleera,+ beelaʼeera, dheebodheeras,+ yeroo baayʼee hagabuu taʼeera,+ dhaamodheera, akkasumas daareera.*
27 baayʼee dhamaʼeera, dadhabeeras, halkan hedduu hirriba malee buleera,+ beelaʼeera, dheebodheeras,+ yeroo baayʼee hagabuu taʼeera,+ dhaamodheera, akkasumas daareera.*