Roomaa 16:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Ammas yaa obbolootaa, warra barumsa isin barattan mormuudhaan isin gidduutti wal qoqqooduu uumanii fi warra kaan gufachiisan irraa akka of eeggattan isinan gorsa; isaan irraa fagaadhaa.+
17 Ammas yaa obbolootaa, warra barumsa isin barattan mormuudhaan isin gidduutti wal qoqqooduu uumanii fi warra kaan gufachiisan irraa akka of eeggattan isinan gorsa; isaan irraa fagaadhaa.+