-
Hojii Ergamootaa 20:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yommuu isaan gara isaa dhufanis akkana isaaniin jedhe: “Guyyaan jalqaba gara koonyaa Eeshiyaa dhufee kaasee isin gidduutti akkamitti akkan jiraadhe akka gaariitti beektu;+ 19 ani guutummaatti gad of qabuudhaan Gooftaa tajaajileera;+ daba Yihudootaatiin kan kaʼes imimmaan koo dhangalaaseera, rakkadheeras;
-