2 Qorontos 5:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Kanaafuu, akka waan Waaqayyo karaa keenya kadhatutti, nuti ambaasaaddaroota+ bakka Kiristoos buʼani dha.+ Bakka buʼoota Kiristoos waan taaneef, “Waaqayyotti araaramaa” jennee kadhanna.
20 Kanaafuu, akka waan Waaqayyo karaa keenya kadhatutti, nuti ambaasaaddaroota+ bakka Kiristoos buʼani dha.+ Bakka buʼoota Kiristoos waan taaneef, “Waaqayyotti araaramaa” jennee kadhanna.