-
2 Qorontos 4:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Kanaafuu, gara laafina nutti argisiifameen kan kaʼe tajaajila kana waan qabnuuf abdii hin kutannu. 2 Haa taʼu malee, wantoota qaanessaa taʼanii fi dhoksaatti raawwataman dhiisneerra; haxxummaadhaan hin deddeebinu yookiin dubbii Waaqayyoo hin booressinu;+ kanaa mannaa, karaa qalbii isaanii hawwatuun dhugaa mulʼisuudhaan namoota hundumaatiif fakkeenya gaarii goonee Waaqayyo duratti of dhiheessina.+
-