Hojii Ergamootaa 14:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Haa taʼu malee, Yihudoonni Anxokiyaa fi Iqooniyumii dhufan, namoota sana amansiisanii+ Phaawulosiin dhagaadhaan erga tumanii booda, kan duʼe waan isaanitti fakkaateef lafa irra harkisanii magaalattiidhaa gad baasan.+ 2 Qorontos 4:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Nuti karaa hundumaan gad dhiibamna, garuu sochoʼuu hin dadhabnu; ni burjaajofna, garuu karaa itti keessaa baanu hin dhabnu;*+ 9 ni ariʼatamna, garuu hin gatamnu;+ rukutamnee kufna, garuu hin badnu.+
19 Haa taʼu malee, Yihudoonni Anxokiyaa fi Iqooniyumii dhufan, namoota sana amansiisanii+ Phaawulosiin dhagaadhaan erga tumanii booda, kan duʼe waan isaanitti fakkaateef lafa irra harkisanii magaalattiidhaa gad baasan.+
8 Nuti karaa hundumaan gad dhiibamna, garuu sochoʼuu hin dadhabnu; ni burjaajofna, garuu karaa itti keessaa baanu hin dhabnu;*+ 9 ni ariʼatamna, garuu hin gatamnu;+ rukutamnee kufna, garuu hin badnu.+