2 Qorontos 12:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ani gama kootiin, waan hundumaa gammachuudhaan isiniif kennuu fi guutummaatti isiniif* dabarsee of kennuu nan barbaada.+ Hamma kana baayʼisee kanan isin jaalladhu erga taʼee, jaalalli isin naaf qabdan kanaa gad taʼuu qabaa ree?
15 Ani gama kootiin, waan hundumaa gammachuudhaan isiniif kennuu fi guutummaatti isiniif* dabarsee of kennuu nan barbaada.+ Hamma kana baayʼisee kanan isin jaalladhu erga taʼee, jaalalli isin naaf qabdan kanaa gad taʼuu qabaa ree?