Efesoon 5:7, 8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kanaafuu, isaanii wajjin tokkummaa hin qabaatinaa; 8 isin yeroo tokkotti dukkana turtan; amma garuu Gooftaa wajjin haala wal qabateen ifa taataniittu.+ Akka ijoollee ifaatti deddeebiʼuu keessan itti fufaa;
7 Kanaafuu, isaanii wajjin tokkummaa hin qabaatinaa; 8 isin yeroo tokkotti dukkana turtan; amma garuu Gooftaa wajjin haala wal qabateen ifa taataniittu.+ Akka ijoollee ifaatti deddeebiʼuu keessan itti fufaa;