-
1 Qorontos 16:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Haa taʼu malee, Maqedooniyaa+ keessa darbee waanan deemuuf, yeroon Maqedooniyaa keessa darbu gara keessan nan dhufa; 6 iddoo ani deemutti hamma tokko akka na geggeessitaniif, tarii isin bira nan tura yookiin ganna iyyuu isin biratti nan dabarsa taʼa.
-