LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:52
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 52 Yesuus garuu akkana isaan jedhe: “Goraadee kee manʼee isaatti deebisi;+ warri goraadee luqqifatan hundi goraadeedhaan badu.+

  • 1 Ximotewos 1:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yaa Ximotewos ilma koo, raajiiwwan waaʼee kee dubbatamanii wajjin haala wal simuun, wantoota kanaan waraana isa gaarii sana irratti hirmaachuu kee akka itti fuftu qajeelfama* kana imaanaadhaan sitti nan kenna;+ 19 kanas amantii fi qalbii gaariidhaan+ raawwadhu; namoonni tokko tokko qalbii isaanii dhagaʼuu waan didaniif, amantiin isaanii akka doonii balaan irra gaʼeetti caccabeera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi