-
2 Qorontos 5:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Nuti ammas isin biratti fudhatama argachuuf yaalaa jirra miti; kanaa mannaa, warra wanta garaa keessa jiruun utuu hin taʼin wanta alaan mulʼatuun boonaniif deebii kennuu akka dandeessaniif,+ sababii nuun akka boontan isin godhu isiniif kennaa jirra.
-