2 Qorontos 11:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Isaan tajaajiltoota Kiristoosii? Akka nama maraateettan dubbadha, ani hundumaa nan caala: Isaan caalaa hojjedheera,+ yeroo baayʼee hidhameera,+ rukuttaa lakkoofsa hin qabne rukutameera, akkasumas yeroo baayʼee duʼa jala gaʼeera.+
23 Isaan tajaajiltoota Kiristoosii? Akka nama maraateettan dubbadha, ani hundumaa nan caala: Isaan caalaa hojjedheera,+ yeroo baayʼee hidhameera,+ rukuttaa lakkoofsa hin qabne rukutameera, akkasumas yeroo baayʼee duʼa jala gaʼeera.+