-
Keessa Deebii 25:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Namni isa garafu sun hamma siʼa 40tti isa garafuu ni dandaʼa;+ garuu kana caalaa taʼuu hin qabu. Inni kana irra darbee isa garafuu isaa yoo itti fufe, obboleessi kee si duratti ni salphata.
-