LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Qorontos 7:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Xalayaa kootiin yoon isin gaddisiiseera taʼe illee+ kanatti hin gaabbu. Jalqaba irratti kanan itti gaabbe taʼus (yeroo gabaabaadhaaf taʼu illee, xalayichi akka isin gaddisiise hubadheera), 9 amma nan gammada; kanan gammadu garuu waan gadditaniif utuu hin taʼin, gaddi keessan yaada akka geddarattan waan isin kakaaseefi. Isin karaa Waaqayyoon gammachiisuun waan gadditaniif, sababii keenyaan kan kaʼe miidhaan tokko illee isin irra hin geenye.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi