1 Qorontos 5:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Isin gidduutti halalummaan*+ akka raawwatame natti himameera; namni haadha manaa abbaa isaa wajjin jiraatu* tokko jira;+ halalummaan akkanaa immoo saboota kaan gidduutti illee hin argamu.
5 Isin gidduutti halalummaan*+ akka raawwatame natti himameera; namni haadha manaa abbaa isaa wajjin jiraatu* tokko jira;+ halalummaan akkanaa immoo saboota kaan gidduutti illee hin argamu.