-
Luqaas 15:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Akkasumas jibicha isa gabbataa fidaatii qalaa, haa nyaannu, haa gammannus; 24 sababiin isaas, ilmi koo kun duʼee ture, amma garuu deebiʼee jireenya argateera;+ badee ture, amma garuu argameera.’ Achiis isaan gammaduu jalqaban.
-