2 Qorontos 7:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Dhugaa dubbachuuf, yommuu Maqedooniyaa geenye+ qaamni* keenya boqonnaa tokko illee hin arganne; kanaa mannaa, kallattii hundumaan dhiphachaa turre, ala lola, keessa immoo sodaatu ture.
5 Dhugaa dubbachuuf, yommuu Maqedooniyaa geenye+ qaamni* keenya boqonnaa tokko illee hin arganne; kanaa mannaa, kallattii hundumaan dhiphachaa turre, ala lola, keessa immoo sodaatu ture.