LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 34:33-35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Museen isaanitti dubbachuu isaa yommuu xumurutti, fuula isaa ni haguuggata ture.+ 34 Haa taʼu malee, Museen isaa wajjin dubbachuuf yommuu gara Yihowaa dhaqutti, hamma achii baʼutti haguuggii sana of irraa ni fuudha ture.+ Achiis gad baʼee ajajawwan fudhate sana Israaʼelotatti hima ture.+ 35 Israaʼelonnis fuulli Musee akka calaqqisu ni argan; Museenis Waaqayyoo* wajjin dubbachuuf hamma seenutti fuula isaa ni haguuggate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi