LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Efesoon 6:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Isin waaʼee koo fi maal hojjechaa akkan jiru akka beektaniif, obboleessi keenya jaallatamaan Tikiqoos+ inni tajaajilaa Gooftaa amanamaa taʼe waan hundumaa isinitti hima.+ 22 Ani kanan isa ergu kanumaafi; innis waaʼee keenya isinitti hima, akkasumas isin jajjabeessa.

  • 1 Tasalonqee 4:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu, dubbii kanaan wal jajjabeessuu keessan itti fufaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi