Faarfannaa 23:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ati anaa wajjin waan jirtuuf,+Sulula dukkanaaʼaa keessa yoon deeme illee,+Miidhaan na irra gaʼa jedhee hin sodaadhu;+Uleen ittiin tiksituu fi uleen ittiin qajeelchitu na jajjabeessu. 2 Qorontos 7:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Haa taʼu malee, Waaqayyo inni warra gaddan jajjabeessu,+ Tiitoon nu bira jiraachuu isaatiin nu jajjabeesseera;
4 Ati anaa wajjin waan jirtuuf,+Sulula dukkanaaʼaa keessa yoon deeme illee,+Miidhaan na irra gaʼa jedhee hin sodaadhu;+Uleen ittiin tiksituu fi uleen ittiin qajeelchitu na jajjabeessu.
6 Haa taʼu malee, Waaqayyo inni warra gaddan jajjabeessu,+ Tiitoon nu bira jiraachuu isaatiin nu jajjabeesseera;