LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 14:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Bulchaan addunyaa kanaa+ dhufaa waan jiruuf, ani kana caalaa isinii wajjin hin dubbadhu; inni dhiibbaa ana irratti gochuu hin dandaʼu.+

  • Efesoon 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 yeroo sanatti akka sirna* addunyaa kanaatti,+ akka bulchaa aangoo qilleensichaatti+ deddeebiʼaa turtan; kunis hafuura+ isa amma warra hin ajajamne irratti hojjechaa jiru dha.

  • 1 Yohaannis 5:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Nuti kan Waaqayyoo akka taane beekna, guutummaan addunyaa garuu humna isa hamaa sanaa* jala jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi