-
Roomaa 8:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Kunis akkuma, “Nuti sababii keetiin guyyaa hundumaa ni ajjeefamna; akka hoolota qalamuuf jedhaniittis ilaalamneerra” jedhamee barreeffametti dha.+
-
-
1 Qorontos 15:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Ani guyyaa guyyaadhaan duʼaaf nan saaxilama. Yaa obboloota koo, kun Gooftaa keenya Kiristoos Yesuusii wajjin haala wal qabateen akkuma gammachuu ani isin irraa argadhu sanaa mirkanaaʼaa dha.
-