LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Gooftaan garuu akkana isaan jedhe: “Namni kun saboota,+ moototaa+ fi ilmaan Israaʼel duratti maqaa koo akka baatu, miʼa anaaf filatame+ waan taʼeef gara isaa dhaqi!

  • Hojii Ergamootaa 26:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ani garuu, ‘Yaa Gooftaa, ati eenyu?’ jedheen gaafadhe. Gooftaanis akkana jedhe: ‘Ani Yesuus isa ati ariʼattu sana dha. 16 Amma garuu kaʼiitii miila keetiin dhaabbadhu. Wantoota argitee fi wantoota ani waaʼee koo sitti mulʼisuuf, tajaajilaa fi dhugaa baatuu akka taatu si filachuuf sitti mulʼadheera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi