14 Innis akkana jedhe: ‘Waaqni abbootii keenyaa fedhii isaa akka beektu, isa qajeelaa sana akka argituu+ fi sagalee isaa akka dhageessu si filateera; 15 kana kan godhes, wanta argitee fi wanta dhageesse ilaalchisee namoota hundumaa duratti akka ragaa isaaf baatuufi.+