-
1 Qorontos 15:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Haa taʼu malee, gaarummaa Waaqayyoo isa guddaatiin wantan amma taʼe kana taʼeera. Gaarummaa guddaan inni natti argisiise faayidaa kan hin qabne hin turre; ani hunduma isaanii caalaa jabaadhee hojjedheera; kana kan hojjete garuu gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa anaa wajjin jiru sana malee ana miti.
-