Galaatiyaa 5:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa obbolootaa, gama kootiin amma iyyuu dhaqna qabaa nan lallaba utuu taʼe, silaa hanga ammaatti maaliifan ariʼatama? Utuu akkana taʼee, mukti dhiphinaa* sun gufuu hin taʼu ture.+ 2 Ximotewos 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Eeyyee, namoonni Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabaachuudhaan Waaqayyoof kan bulan taʼanii jiraachuu barbaadan hundi ni ariʼatamu.+
11 Yaa obbolootaa, gama kootiin amma iyyuu dhaqna qabaa nan lallaba utuu taʼe, silaa hanga ammaatti maaliifan ariʼatama? Utuu akkana taʼee, mukti dhiphinaa* sun gufuu hin taʼu ture.+
12 Eeyyee, namoonni Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabaachuudhaan Waaqayyoof kan bulan taʼanii jiraachuu barbaadan hundi ni ariʼatamu.+