-
Roomaa 7:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Ani wantan gochaa jiru hin hubadhu. Sababiin isaas, wantan hojjechuu barbaadu hin hojjedhu; kanaa mannaa wantan jibbun hojjedha.
-
-
Roomaa 7:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Ani wanta gaarii isan barbaadu hin hojjedhu; kanaa mannaa, wanta gadhee isan hin barbaanne sanan irra deddeebiʼee hojjedha.
-