Roomaa 8:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 kana kan godhes, ulaagaawwan qajeeloon Seericha keessa jiran nu warra akka fooniitti utuu hin taʼin, akka hafuuraatti deddeebinu+ keessatti akka raawwatamaniifi.+
4 kana kan godhes, ulaagaawwan qajeeloon Seericha keessa jiran nu warra akka fooniitti utuu hin taʼin, akka hafuuraatti deddeebinu+ keessatti akka raawwatamaniifi.+