LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lallaba 4:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Wal morkiin+ isaan gidduu jiru, namoonni carraaqqii guddaa akka godhanii fi hojii gaarii akka hojjetan kan isaan kakaasu taʼuu isaa argeera; kunis wanta gatii hin qabne dha; akkuma bubbee duukaa fiiguu ti.

  • 1 Qorontos 4:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Eenyutu siin isa kaan irraa adda godhe? Wanta hin fudhanne maal qabda?+ Fudhatteetta taanaan immoo, akka waan hin fudhanneetti maaliif of jajja?

  • Galaatiyaa 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Haa taʼu malee, namni hundi hojii ofii isaa haa qoru;+ achiis nama kan biraa wajjin utuu wal bira of hin qabin,+ waaʼee ofii isaa qofa waan ittiin gammadu argata.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi