Hojii Ergamootaa 9:29, 30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Yihudoota Afaan Giriikii dubbatanii wajjin ni mariʼata, akkasumas ni falma ture; isaan garuu isa ajjeesuuf yaalii godhan.+ 30 Obboloonni yommuu kana hubatan, Qisaariyaatti erga gad isa fidanii booda gara Xarseesitti isa ergan.+
29 Yihudoota Afaan Giriikii dubbatanii wajjin ni mariʼata, akkasumas ni falma ture; isaan garuu isa ajjeesuuf yaalii godhan.+ 30 Obboloonni yommuu kana hubatan, Qisaariyaatti erga gad isa fidanii booda gara Xarseesitti isa ergan.+