1 Ximotewos 2:3, 4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kun, Waaqayyo isa Fayyisaa keenya taʼe duratti gaarii fi fudhatama kan qabu dha;+ 4 inni fedhiin isaa akaakuun namootaa hundi akka fayyanii+ fi beekumsa dhugaa isa sirrii akka argatani dha.
3 Kun, Waaqayyo isa Fayyisaa keenya taʼe duratti gaarii fi fudhatama kan qabu dha;+ 4 inni fedhiin isaa akaakuun namootaa hundi akka fayyanii+ fi beekumsa dhugaa isa sirrii akka argatani dha.