-
Galaatiyaa 2:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Taʼus, isaan dhugaa misiraachichaa wajjin haala wal simuun deddeebiʼaa+ akka hin jirre yommuun argu, hunduma isaanii duratti Keefaasiin,* “Ati ofii keetii Yihudii taatee akka Yihudiitti utuu hin taʼin akka saboota kaaniitti jiraachaa utuu jirtuu, namoonni saboota kaanii akka aadaa Yihudootaatti akka jiraatan akkamitti isaan dirqisiisuu dandeessa?”+ nan jedhe.
-