LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 11:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Kanaafuu, inni Saaʼoliin barbaacha gara Xarsees dhaqe.+ 26 Erga isa argatee boodas, gara Anxokiyaatti isa fide. Achiis waggaa tokko guutuu isaanii wajjin gumicha keessatti walitti qabaman; namoota hedduus ni barsiisan; barattoonni qajeelfama Waaqayyootiin yeroo jalqabaatiif “Kiristiyaanota” kan jedhaman Anxokiyaa keessatti ture.+

  • Hojii Ergamootaa 15:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Phaawulosii fi Barnaabaas garuu namoota kaan hedduu wajjin misiraachoo dubbii Yihowaa* barsiisaa fi lallabaa Anxokiyaa keessa turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi