LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 21:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Isaan erga kana dhagaʼanii booda Waaqayyoon galateeffachuu jalqaban; achiis akkana isaan jedhan: “Ilaa yaa obboleessaa, Yihudoota gidduudhaa namoonni kuma hedduutti lakkaaʼaman amantoota akka taʼan beekta; hundi isaaniis Seerichaaf hinaaffaa qabu.+ 21 Haa taʼu malee, ijoollee isaanii akka dhaqna hin qabnee fi wantoota barsiifata taʼan akka hin hordofne itti himuudhaan Seera Musee akka dhiisan* Yihudoota saboota kaan gidduutti argaman hunda barsiisaa akka jirtu odeeffamuu isaa dhagaʼaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi