Galaatiyaa 5:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isin warri Gooftaa wajjin tokkummaa qabdan+ yaada kana irraa adda taʼe akka hin qabne ani mirkanaaʼaa dha; haa taʼu malee, inni isin jeequ+ eenyu illee yoo taʼe, murtii isaaf malu ni argata.
10 Isin warri Gooftaa wajjin tokkummaa qabdan+ yaada kana irraa adda taʼe akka hin qabne ani mirkanaaʼaa dha; haa taʼu malee, inni isin jeequ+ eenyu illee yoo taʼe, murtii isaaf malu ni argata.