6 Phaawulos isaan keessaa walakkaan Saduuqota, walakkaan immoo Fariisota taʼuu isaanii hubatee yaaʼii Saanhedriin keessatti sagalee isaa ol kaasee, “Yaa obbolootaa, ani Fariisicha,+ sanyii Fariisotaa tis. Ani amma murtiitti kanan dhihaadhe, warri duʼan akka duʼaa kaʼan waanan amanuufi” jedhe.