7 Haaluma wal fakkaatuun isin abbootiin manaa, beekumsaan isaanii wajjin jiraachuu keessan itti fufaa. Isaanis isinii wajjin kennaa jireenyaa waan dhaalaniif,+ akkasumas kadhannaan keessan akka hin ittifamneef, dubartoota warra isin caalaa akka qodaa cabuu taʼan kabajaa.+