-
Maatewos 15:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Wanta afaan namaa keessaa baʼutu nama xureessa malee, wanti afaan namaa seenu nama hin xureessu.”+
-
-
Yaaqoob 3:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Eebbii fi abaarsi afaanuma tokko keessaa baʼu.
Yaa obboloota koo, wantoonni kun taʼuu hin qaban.+
-