Qolosaayis 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Nutis guyyaa waaʼee kanaa itti dhageenye irraa jalqabee, beekumsa sirrii+ waaʼee fedhii isaa ibsu, akkasumas ogummaa fi hubannaa hafuuraa+ hundumaan akka guutamtan isiniif kadhachuu matumaa kan hin dhiisne+ kanumaaf ture; 1 Ximotewos 2:3, 4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kun, Waaqayyo isa Fayyisaa keenya taʼe duratti gaarii fi fudhatama kan qabu dha;+ 4 inni fedhiin isaa akaakuun namootaa hundi akka fayyanii+ fi beekumsa dhugaa isa sirrii akka argatani dha.
9 Nutis guyyaa waaʼee kanaa itti dhageenye irraa jalqabee, beekumsa sirrii+ waaʼee fedhii isaa ibsu, akkasumas ogummaa fi hubannaa hafuuraa+ hundumaan akka guutamtan isiniif kadhachuu matumaa kan hin dhiisne+ kanumaaf ture;
3 Kun, Waaqayyo isa Fayyisaa keenya taʼe duratti gaarii fi fudhatama kan qabu dha;+ 4 inni fedhiin isaa akaakuun namootaa hundi akka fayyanii+ fi beekumsa dhugaa isa sirrii akka argatani dha.