2 Qorontos 13:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Sababiin isaas, inni dadhabaa yeroo turetti muka irratti fannifameera; amma garuu humna Waaqayyootiin jiraataa taʼeera.+ Dhugaa dha, nutis isaa wajjin dadhaboo taaneerra; haa taʼu malee, humna Waaqayyo isiniif kenneen+ isaa wajjin ni jiraanna.+
4 Sababiin isaas, inni dadhabaa yeroo turetti muka irratti fannifameera; amma garuu humna Waaqayyootiin jiraataa taʼeera.+ Dhugaa dha, nutis isaa wajjin dadhaboo taaneerra; haa taʼu malee, humna Waaqayyo isiniif kenneen+ isaa wajjin ni jiraanna.+