1 Qorontos 3:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Isin mana qulqullummaa Waaqayyoo akka taatanii+ fi hafuurri Waaqayyoo akka isin keessa jiraatu+ hin beektanii? 1 Qorontos 6:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Qaamni keessan hafuura qulqulluu isa isin keessa jiruu fi Waaqayyo biraa argattaniif+ mana qulqullummaa+ akka taʼe hin beektanii? Kana malees, isin kan ofii keessanii miti;+
16 Isin mana qulqullummaa Waaqayyoo akka taatanii+ fi hafuurri Waaqayyoo akka isin keessa jiraatu+ hin beektanii?
19 Qaamni keessan hafuura qulqulluu isa isin keessa jiruu fi Waaqayyo biraa argattaniif+ mana qulqullummaa+ akka taʼe hin beektanii? Kana malees, isin kan ofii keessanii miti;+