-
Hojii Ergamootaa 13:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 “Kanaafuu, yaa obbolootaa, dhiifamni cubbuu karaa isaa argamu isiniif lallabamaa akka jiru hubadhaa;+
-
-
Qolosaayis 1:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 dhiifama cubbuu akka argannuuf karaa Ilma isaa furichaan bilisa baaneerra.+
-