Hojii Ergamootaa 21:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Guyyaa itti aanutti achii kaanee gara Qisaariyaa dhufne; achiis gara mana Filiphoos lallabaa Wangeelaa isa namoota kanaan dura filataman torban keessaa tokko taʼe+ sanaatti seennee isa bira bubbulle.
8 Guyyaa itti aanutti achii kaanee gara Qisaariyaa dhufne; achiis gara mana Filiphoos lallabaa Wangeelaa isa namoota kanaan dura filataman torban keessaa tokko taʼe+ sanaatti seennee isa bira bubbulle.