Ibroota 13:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Barumsawwan garaa garaa keessummaa taʼaniin karaa irraa hin maqfaminaa; garaan namaa nyaataan* utuu hin taʼin gaarummaa guddaadhaan yoo cime wayya; namoonni nyaata irratti xiyyeeffatan faayidaa hin arganne.+
9 Barumsawwan garaa garaa keessummaa taʼaniin karaa irraa hin maqfaminaa; garaan namaa nyaataan* utuu hin taʼin gaarummaa guddaadhaan yoo cime wayya; namoonni nyaata irratti xiyyeeffatan faayidaa hin arganne.+