Roomaa 14:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Egaa, kana booda walitti murteessuu haa dhiisnu;+ kanaa mannaa, wanta nama gufachiisu yookiin wanta nama danqu obboleessa keenya dura kaaʼuu dhiisuuf haa murteessinu.+ Roomaa 14:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Obboleessa kee kan gufachiisu yoo taʼe, foon nyaachuu yookiin daadhii wayinii dhuguu yookiin wanta akkamii iyyuu gochuu dhiisuun gaarii dha.+
13 Egaa, kana booda walitti murteessuu haa dhiisnu;+ kanaa mannaa, wanta nama gufachiisu yookiin wanta nama danqu obboleessa keenya dura kaaʼuu dhiisuuf haa murteessinu.+
21 Obboleessa kee kan gufachiisu yoo taʼe, foon nyaachuu yookiin daadhii wayinii dhuguu yookiin wanta akkamii iyyuu gochuu dhiisuun gaarii dha.+