Hojii Ergamootaa 28:30, 31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Phaawulos waggaa lama guutuu mana kireeffate keessa jiraate;+ namoota gara isaa dhufan hundas gaarummaadhaan simata ture; 31 akkasumas gufuu tokko malee, bilisummaa* guddaadhaan+ waaʼee Mootummaa Waaqayyoo isaaniif lallabaa fi waaʼee Gooftaa Yesuus Kiristoos isaan barsiisaa ture.
30 Phaawulos waggaa lama guutuu mana kireeffate keessa jiraate;+ namoota gara isaa dhufan hundas gaarummaadhaan simata ture; 31 akkasumas gufuu tokko malee, bilisummaa* guddaadhaan+ waaʼee Mootummaa Waaqayyoo isaaniif lallabaa fi waaʼee Gooftaa Yesuus Kiristoos isaan barsiisaa ture.