-
1 Pheexiros 4:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Haa taʼu malee, namni kam iyyuu Kiristiyaana taʼuu isaatiin yoo rakkinni isa irra gaʼe hin qaanaʼin;+ kanaa mannaa, maqaa kana baatee Waaqayyoof ulfina kennuu isaa itti haa fufu.
-