-
2 Qorontos 5:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kanaafuu, nuti yeroo hunda ija jabina guddaa qabna; akkasumas qaama keenya isa mana keenya taʼe keessa yommuu jirrutti Gooftaa irraa fagaannee akka jirru beekna;+
-
-
2 Qorontos 5:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Haa taʼu malee, nuti ija jabina guddaa qabna, akkasumas qaama keenya irraa fagaannee bakka jireenyaa keenya Gooftaa wajjin godhachuu filanna.+
-